Skip to content
BibleKenya

Biblica® Open Oromo Contemporary Scriptures 2024

Zabuuriiwwan 134

Zabuurii Halkanii

Zabuurii ol baʼuu.

Isin tajaajiltoonni Rabbii Allaaha,

warri halkan mana Rabbii Allaah keessa tajaajiltan hundinuu,

Rabbii Allaah galateeffadhaa.

Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii

Rabbii Allaah galateeffadhaa.

Rabbii Allaahan shamaayʼunii fi lafa uume sun

Xiyoon irraa isin haa eebbisu.

Biblica® Open Oromo Contemporary Scriptures 2024. Copyright © Biblica, Inc. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: Open.Bible. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.

Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-11-09.

BibleKenya

Reader settings

Theme
Font
Alignment
Reading width

Saved in this browser and used offline too. Press ? for keyboard shortcuts.