Skip to content
BibleKenya

Kitaaba Nahimiya'aa

Nehemiah

Introduction from this edition

Kitaaba Nahimiya'aa

Seensa

Kitaab Nahimiya'aa kutaa afuritti qoodamuu dande'a: (1) Nahimiyaan Yihudaa bulchiisaaf mootummaa Faaresiitiin addee ergameeruu, gara Yerusaalemii deebi'uu isaa. (2) Deebi'ee ijaaramiisa dalleya Yerusaalemii. (3) Dubbifama ulfaataa Seera Waaqaa ka Izraan dubbisee fi cubbuu faaci'atiisa kolba'aa. (4) Nahimiyaan mootii Yihuda'aa te'ee hujii dhibii inni huje.

Kitaaba kana keessatti wonni mudhatu beekkamaan tokko, Waaqatti irkatiisa guddaa Nahimiya'aatii fi daadimata gargar hin cinne ka inni daadimate.

Haadhoo Dubbi'ii

Nahimiyaan gara Yerusaalemii deebi'e

Deebi'ee ijaaramiisa dalleya Yerusaalemii

Seerri dubbifame; Gondooroolle haareffante

Hujii dhibii Nahimiyaan huje

Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.

Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.

BibleKenya

Reader settings

Theme
Font
Alignment
Reading width

Saved in this browser and used offline too. Press ? for keyboard shortcuts.