Mudhii Yohaannisii
Revelation
Introduction from this edition
Mudhii Yohaannisitti Mudhatte
Seensa
Wolde'ooti kiristaanaa Yesuus Kiristoos Goottaa ifii godhatanee waan itti dhugeeffataneef, yennaa miidha'aa fi rakkinni isaan geyiisatti jiru, mudhiin Yohaannisii barreeffante. Xiyyeeffannaan barreessa'aa guddoon, addiin worra dubbifatuu guutuu akka teetuuf, isaan jajjabeessiisaa fi miidha'aa fi rakkinna isaan geye keessatti dhugeeffanna'aan akka jabaatanu uttisiisa
Kutaan Kitaaba kanaa irra caalaa mudhii heddu'uu fi ta wol gula himantu ka qabateeru; mudhiin hedduun tunille ta wolde'i kiristaanaa hubatiisaa dande'anu, worra dhibi'iif ammoo dhossaa teetee ta turtu ta okol-gombisaan
Haadhoo Dubbi'ii
Seensa
Itti keyata Mudhi'iitii fi xalayaa wolde'oota kiristaanaa torbaaf ergame
Kitaaba marama'aa fi chaappaa torba
Tultullaa torba
Jawwe'ee fi bineensa lamaan
Mudhii adda addaa
Muduunuu mufii Waaqaa torba
Badii Baabilonii, injifatamiisa bineensaa, injifatamiisa raagaa dharichaatii fi Seexanaa
Muraa muumme'ee
Ol-gubbaa haareya, lafa haareya, Yerusaalemii haareya
Yaada buufataa
Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.
Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.