Kitaaba Milkiyaasii Raagichaa
Malachi
Introduction from this edition
Kitaaba Milkiyaasii Raagichaa
Seensa
Kitaab Milkiyaasii raagichaa dhaloota Kiristoosiitiin dura woggaa dhibba shaneesso'oo keessa Galmi Waaqaa ka Yerusaalem keessaa deebifamee ijaarameen duuba dhaggame; raagichi akka hayyootii fi kolbaan gondooroo Waaqa woliin galane haaressanu jabeessee yaadachiisa; kolbaan Waaqaa jiruu ifiitii fi Waaqa waaqonfatiisaan akka laatteertuu fi addatama dhidhitteertu ifa. Hayyootaa fi kolbaan ciincaa isaaf male kenniisa dhabiisaa fi akka barsiisa isaatitti le'iisa dhabiisaan Waaqa sobiisatti jiraniiyyu. Waaqi ammoo akka karaa qopheessuu fi gondooroo lallabuuf, ergamaa ifii dursee ergee kolbaa ifiititti muriisaa fi qulqulleessiisaaf hin dhufa.
Haadhoo Dubbi'ii
Jaalala Waaqi kolbaa Israa'eliitiif qabu
Mootiin Waan Maraa Hayyoota Xixe
Waaqaaf addatamuu Dhaba Kolba'aa
Guyyaan Mura'aa Dhikaate
Dhufa Mootii Waan Maraa
Kudhan Keessaa Tokko Kennuu
Marartii Waaqi Kenniisaaf Waadaa Gale
Guyyaa Mura'aa
Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.
Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.