Skip to content
BibleKenya

Kitaaba Iyaasu'uu

Joshua

Introduction from this edition

Kitaaba Iyaasu'uu

Seensa

Kitaab Iyaasu'uu, kolbaan Israa'elii Iyaasuu addee Muuse'eetitti filameen sooreffamaa woraanaan injifattee, lafa Kana'aanii attam akka qabatte dabarsii hintu. Dabarsii kitaaba kana keessatti barreeffante keessaa gugurdoon marroo laga Yordaanosii bu'iisaa, marroo jinnana Yeriko'oo, marroo woraana qachaa Aayii jedhamutti godhameetii fi marroo haaressiisa gondooroo kolbaan Waaqa woliin goote ta hintu. Kitaaba kana keessatti kutaa guddoo beekkamaa te'e keessaa tokko, «Ka waaqonfattanu adhuma filadha'a; anii fi maatiin tiyya ammoo Waaqa hin waaqonfanna» (24:15) ka jedhu.

Haadhoo Dubbi'ii

Injifatamiisa Kana'aanii

Hirama lafa

Lafa laga Yordaanosii irraa gara aduun baatuu

Lafa laga Yordaanosii irraa gara aduun seentuu

Qachoota baqattootaa

Qachoota Lewwootaa

Gosi karaa aduun baatuu dhutte gara lafa ifii deebite

Nageya dhaamiisa Iyaasu'uu

Sekemitti gondooroon haareffante

Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.

Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.

BibleKenya

Reader settings

Theme
Font
Alignment
Reading width

Saved in this browser and used offline too. Press ? for keyboard shortcuts.