Kitaaba Asteerii
Esther
Introduction from this edition
Kitaaba Asteerii
Seensa
Kitaaba Asteerii keessatti wonni barreeffameeru, addee mootiin moototaa ka Faaresii ganna le'u keessatti, waan te'e yennaa te'u, dubartittii jajjabeenna gudda'aa fi jaalala guddaa kolbaa ifiitiif qadduun, kolbaa ifii harka diinotaatiin badiisa irraa ta hamburte, Yihudittii janna ta, «Asteer» jedhantee moggaafante takka irratti xiyyeeffata; kitaab kun jilti Yihudootaa ta, «Furiim» jedhantee beekkantu, attam akka jalqaddee fi hiikkaan isi'ii maan akka teete hima.
Haadhoo Dubbi'ii
Asteer Giittii teete
Haamaan Yihudoota Balleessiisaaf Mala dhowe
Mordekaayi Qarqaarsa Asteer Gaafate
Mordekaayi Ulfinna Dhaggate
Haama'atti Duuti Murante
Yihudooti Diinota Ifi Irraa Dhooggatanee Balleessane
Jila Furiimii
Guddinna Ahashwerosiitii fi Mordekaayii
Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.
Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.