3 Ergaa Yohaannisii
3 John
Introduction from this edition
Ergaa Yohaannis Erge
Ta Sadeesso'oo
Seensa
Ergaa Yohaannis erge ta sadeesso'oo, jaarsicha ergamaa Yohaannisitti barreesse. Ergaan tun namicha Gaayos jedhamu ka sooressa wolde'a kiristaanaa te'eeruuf barreeffante. Abbaan barreesse gara kaaniin, waan dhugeeffattoota qarqaareef Gaayos galateeffata; gara kaaniin ammoo namicha jallaamessa ka Diyotreefes jedhamu irraa akka ifi eeggatuuf isa yaadachiisa.
Haadhoo Dubbi'ii
Seensa
Galateeffamiisa Gaayosii
Dokonkora Diyotreefesii Himiisa
Galateeffamiisa Demeexroosii
Nageya Dhaamiisa
Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.
Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.