Kitaaba Seera Lewwootaa
Leviticus
Introduction from this edition
Kitaaba Seera Lewwootaa
Seensa
Kitaab Seera Lewwootaa seera ittiin bulmaata waaqonfanna'aatii fi aadaa dhugeeffannaa Israa'elii durii, akkasuma seera ittiin bulmaataa ka hayyoota seera kana hujii irra oolchiisaaf itti gaafatamummaa qabanuulle ifi keessaa qaba.
Yaadi guddaan kitaaba kanaa marroo woyyummaa Waaqaa ti; kolbaan Waaqaalle Waaqa woyyicha Israa'elii kana woliin tokkummaa attamii akka qabaatuu qabanuu fi attam akka isa waaqonfatuu qabanulle hin dubbata.
Kitaaba kana keessatti ajaji guddoo beekkamaa te'e, ka Yesuus, «Ajaja guddicha lammeesso'oo» jedhee moggaase, «Nama maraa akka ifi jaalatu jaaladhu» ka jedhu. (19:18)
Haadhoo Dubbi'ii
Seera kennansaatii fi ciinca'aa
Hayyoomiisa Aaroniitii fi ilmaan isaa
Seera marroo aadaa dhugeeffanna'aatiin qulqulloomiisaatii fi qulqulloomiisa dhabiisaa
Guyyaa Gumaa cubbu'uu
Seera marroo woyyummaa jiru'uutii fi waaqonfanna'aa
Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.
Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.