Skip to content
BibleKenya

Ergaa Yihuda'aa

Jude

Introduction from this edition

Ergaa Yihudaan Erge

Seensa

Ergaan Yihuda'aa, worra dhugeeffattoota adoo hin te'in, dhugeeffattoota fakkaatee, barsiisa dharaa facaasu irraa dhugeeffattoota ifi eeggachiisiisaaf barreeffante. Ergaan tun dubbii ifi keessaa qadduun, ergaa Pheexroosii ta lammeesso'oo ta fakkaattu, ergaa gabaadduu tana keessatti, barreessaan, «Marroo dhugeeffannaa Waaqi kolba'aaf, yennaa takkattii akkaataa itti deddeebii hin qanneen kennee, jabeennaan akka falmatanu» worra dubbifatu jabeessee yaadachiisa.

Haadhoo Dubbi'ii

Seensa

Barsiisa barsiisota dharaameyyi'ii, amalaa fi jigiisa

Dhugeeffannaa akka eegatanuuf gorsa kenname

Eebba

Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.

Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.

BibleKenya

Reader settings

Theme
Font
Alignment
Reading width

Saved in this browser and used offline too. Press ? for keyboard shortcuts.