Skip to content
BibleKenya

Ergaa Yaaqoobii

James

Introduction from this edition

Ergaa Yaaqoob Erge

Seensa

Ergaan Yaaqoobii ta qajeelfama leetoo guyyaa guyya'aatiif teetu qabatteertu tun, «Kolbaa Waaqaa ta biyya lafaa duudii irratti bittinnootte maraaf» barreeffante. Barreessaan marroo mala qarummaa hujii irra oolchinuu, marroo waan ilaalchaa fi amala kiristaanaatiif qajeelfama te'uu, dubbii itti fakkeessa'aa ta ifa teete heddu'uun dhikeessa. Marroo hiyyumma'aatii fi durumma'aa, marroo ataabe'ee, marroo amala dansa'aa, marroo hinaaffa'aa, dhugeeffanna'aatii fi hujii dansa'aa, marroo fayida'aa fi miidhaa arrabaa, marroo qarumma'aa, marroo wol loliisaa, marroo kooriisaatii fi ifi gad qabu'uu, marroo namatti muriisaa, marroo ifi jajiisaa, marroo ossatiisaatii fi marroo daadimanna'aa, marroo waan kiristaanoti godhiisaaf malanee tokko tokkoon barreesseera.

Ergaan tun haala dhugeeffannaan jiruu kiristaanaa keessatti huji'iin mudhattuu, ifa gootee mudhitti.

Haadhoo Dubbi'ii

Seensa

Dhugeeffanna'aa fi qarummaa

Hiyyumma'aa fi durummaa

Haga ilaallatamu'uu fi ataabamuu

Jecha Waaqaa dhage'anee hujii irra oolchuu

Nama wol caalchisuu irraa ifi eeggachiise

Dhugeeffanna'aa fi hujii

Kiristaanaa fi arraba isaa

Kiristaanaa fi biyya lafaa

Gorsa adda addaa

Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.

Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.

BibleKenya

Reader settings

Theme
Font
Alignment
Reading width

Saved in this browser and used offline too. Press ? for keyboard shortcuts.