Kitaaba Seera Bayiisaa
Exodus
Introduction from this edition
Kitaaba Seera Bayiisaa
Seensa
Kitaab seera bayiisaa kun kolbaan Israa'elii biyya Gibxi'ii ta garbumma'aan keessa leete keessaa attam akka baate odeessa. Kitaab kun kutaa afur ifi keessaa qaba. 1. Garbummaa jalaa bayiisa worra Ibrootaa. 2. Ideemiisa gara gaara Siina'aa. 3. Gondooroo Waaqi kolbaa ifii woliin gaara Siina'aa irratti gondooree fi seera Waaqaa, seera kolbaan ittiin bultuu fi seera dhugeeffanna'aa attam akka isaaniif kenne odeessa. 4. Seera Dunkaanii Woyyittii ijaariisaatii fi seeraa meya Dunkaanii Woyyitti'ii hujiisaa, seera marroo hayyootaatii fi seera marroo Waaqa Waaqonfatiisaa odeessa. Kolbaa ifii biyya Gibxi'ii keessaa baasiisaaf, nama keessaa nami Waaqi filate Muuse'e. Irra caalaa kutaan kitaaba kana keessatti beekkamu foora 20 ka ajaji kudhan keessatti barreeffame.
Haadhoo Dubbi'ii
Israa'el Biyya Gibxi'ii Keessaa Bilisa Baate
Garbummaa biyya Gibxi'ii Keessaa
Dhaloota Muuse'eetii Fi Attam Akka Inni Guddate
Muuse'ee Fi Aaron Mootii Biyya Gibxi'ii Dura Dhaabbatane
Waaqi balaa biyya Gibxi'iititti buuse:
Jila Irra Dabaramaatii Fi Biyya Gibxi'ii Keessaa Bayiisa
Abbaayaa Diintuu Irraa Haga Gaara Siina'aa
Seeraa Fi Gondooroo
Dunkaanii Woyyitti'ii fi Qajeelfama Waaqa Waaqonfatiisaa
Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.
Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.