2 Ergaa Pheexroosii
2 Peter
Introduction from this edition
Ergaa Pheexroos Erge
Ta Lammeesso'oo
Seensa
Ergaan Pheexroosii ta lammeesso'oo, kiristaanota durii ka lafa adda addaa jiranuuf barreeffante. Yaadi guddaan ergaa tanaa, hujii badduu barsiisota dharaatii fi jiruu baalagumma'aa ta barsiisa isaanii irraa dhuttu mormiisa. Rakkoo kaate tanaaf wonni fala te'u, karaa barumsa worri Yesuus ila ifiitiin dhaggee fi inni barsiisuun gurra ifiitiin dhage'e dabarseetiin, marroo Waaqaatii fi Goottaa Yesuus Kiristoosii beekkumsa qabatamaa te'e dhaggatiisa. Barreessaan kitaaba kanaa, keessumattuu barsiisa dharaa worra Kiristoos deebi'ee hin dhufu jedhuu irratti xiyyeeffateera. Inni waan kana ilaalchisee yennaa dubbatu, «Deebiin Kiristoosii wonni turtuuf, waan Waaqi nami duudiin cubbuu irraa akka deebi'u malee, nami tokkolle akka badu hin barbaanneef» jedha.
Haadhoo Dubbi'ii
Seensa
Waamamiisa Kiristaanaa
Barsiisota dharaa
Deebi'ee dhufiisa Kiristoosii
Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.
Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.