Skip to content
BibleKenya

2 Dabarsi'i

2 Chronicles

Introduction from this edition

Kitaaba Dabarsi'ii Ka Lammeesso'oo

Seensa

Kitaab dabarsi'ii ka Lammeesso'oo addee kitaab dabarsi'ii ka qaraa itti dhaabbachiise irraa jalqaba. Bulchiinsa Solomoonii mootichaatiin jalqabee, haga du'a isaa dhaqa. Sooressummaa Yerobi'aamiitiin gosi gara kaabaa mootii Yihuda'aa Rehobiyaam, ka addee abbaa ifii Solomooniititti mootii te'e irratti finqila akka kaasane odeesseen duuba, dabarsii mootummaa kibbaa ta Yihuda'aa, ta haga diigama Yerusaalemii jirtu, dhaloota Kiristoosiitiin dura woggaa dhibba shanii fi saddeettamii jaa tartiibaan galmeessa.

Haadhoo Dubbi'ii

Bulchiisa Solomoonii

Woggoota gara jalqabaa

Galmi Waaqaa ijaarame

Woggoota gara duubaa

Finqiliisa gosa kaabaa

Mootota Yihuda'aa

Jigiisa Yerusaalemii

Kitaaba Woyyuu. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0. Source: eBible.org. Typeset from the source files; no intended changes to scripture wording. BibleKenya is not endorsed by the rights holder.

Full source notice & licence · CC BY-SA 4.0 · SourceEdition imported 2026-10-25.

BibleKenya

Reader settings

Theme
Font
Alignment
Reading width

Saved in this browser and used offline too. Press ? for keyboard shortcuts.